
Basically what they sayin is while tigrayan niggas was celebrating their anniversary on the 20th of May, Oromo youth attacked a warehouse built on land confiscated from Oromo farmers. The warehouse, owned by a tigrayan businessman, was completely destroyed and niggas was shook.Caamsaa 28,2012 guyyaa Wayyaaneen Caamsaa 20 guyyaa inijfannoo jettee magaalaa Finfinnee fi naannolee Oromiyaa kaan keessatti kaabinoota isaanii muraasa waliin dhiichisaaf qophaawaa jiran keessatti godinoota Oromiyaa fi addattis magaalaa Finfinnee keessatti tarkaanfiin qabeenyaa fi basaasota isaanii irratti fudhatame ummata cunqurfamoof guyyaa itti diddaa isaanii muldhisan ta'ee jira.
Haala kanaan magaalaa Finfinnee keessatti kaabinoonni Wayyaanee ayyaana Gibot 20 jedhanii osoo iccisaa jiranii tarkaanfiin laalessaa qabeenya isaanii irratti fudhatame keessaa inni guddaan tokko bakka Gooroo jedhamuun beekamu qonnaan bulaa Oromoo 500 ol qe'ee isaa irraa buqisani lafa kuufama meeshaa godhachuun magaazina guddaa banatan ,qabeenyummaan isaas kan dhaloota Tigraay ta'e magaazinni kuusaa meeshaa kun tarkaanfii sabbontotaan irratti fudhatameen guutummaatti barbadaayee jira.
Barbadaawuu magaazina kanaa dhabamuu qabeenyi miliyoona kudhaniin kan lakkaawamu guutuutti dhabamuun isaa beekamee jira. Haala kana irraa kan baaragan qondaaloti Wayyaanee waraana isaanii heddummanaan naannichatti bobbaasuun ummata naannoo goolaa akka jiran gabaasi Shaggar irraa nu gahe addeessa.
IUOf!



