Page 1 of 1

fierce fighting reported in borana areas, moyale, etc, between OLF and TPLF forces

Posted: Fri Mar 09, 2018 6:30 pm
by Waachis
"Injifannoo wal-faanaa
WBOn zoonii kibbaa kaleessa Bit 08,2018 fi hardha Bit 09,2018 godina Booranaa aanaa Miyoo fi Mooyyalee onoota Meelbanaa, Mormoraa, Dambii fi Mudhii Ambootti haleellaa geggeesseen humnoota waraanaa wayyaanee 18 tajaajila ala godhe; baayyee madeessee, Oraalii waraanaa tokko gubee jira.
Ammallee aanaa Mooyyalee ardaa Tuqaa onaa Mormoraatti wal haleellan geggeeffamaa jira. Mogorree fi mormooraatti Qeerroon reeffaa agaazii akka dhakaa karaan cuftee, ammaa wayyaneen kaafachaa jirti.
Hidhattoonni Oromoo keessumattu godina Booranaa aanaa Dilloo, Miyoo, Mooyyalee, Guchii, Mataa Wayaamaa fi Areeroo, akksumas Nageellee Booranaa aanaa Gumii Eeldalloo fi aanaa Liiban kan jiran Poolisii fi hidhataan Oromiyaa humna agaaziitri akka hin dabalamne dhaamsa nuuf dabarsa!
Injifannoo Ummata Oromoo!"

Re: fierce fighting reported in borana areas, moyale, etc, between OLF and TPLF forces

Posted: Fri Mar 09, 2018 7:03 pm
by X.Playa
Wtf who can read this?

Re: fierce fighting reported in borana areas, moyale, etc, between OLF and TPLF forces

Posted: Fri Mar 09, 2018 7:46 pm
by Khalid Ali
Its af oromo the borane dialect we support the olf against the hybrad Yemeni tigres.

Re: fierce fighting reported in borana areas, moyale, etc, between OLF and TPLF forces

Posted: Fri Mar 09, 2018 7:51 pm
by Adali
Waachis wrote: Fri Mar 09, 2018 6:30 pm "Injifannoo wal-faanaa
WBOn zoonii kibbaa kaleessa Bit 08,2018 fi hardha Bit 09,2018 godina Booranaa aanaa Miyoo fi Mooyyalee onoota Meelbanaa, Mormoraa, Dambii fi Mudhii Ambootti haleellaa geggeesseen humnoota waraanaa wayyaanee 18 tajaajila ala godhe; baayyee madeessee, Oraalii waraanaa tokko gubee jira.
Ammallee aanaa Mooyyalee ardaa Tuqaa onaa Mormoraatti wal haleellan geggeeffamaa jira. Mogorree fi mormooraatti Qeerroon reeffaa agaazii akka dhakaa karaan cuftee, ammaa wayyaneen kaafachaa jirti.
Hidhattoonni Oromoo keessumattu godina Booranaa aanaa Dilloo, Miyoo, Mooyyalee, Guchii, Mataa Wayaamaa fi Areeroo, akksumas Nageellee Booranaa aanaa Gumii Eeldalloo fi aanaa Liiban kan jiran Poolisii fi hidhataan Oromiyaa humna agaaziitri akka hin dabalamne dhaamsa nuuf dabarsa!
Injifannoo Ummata Oromoo!"
translate

Re: fierce fighting reported in borana areas, moyale, etc, between OLF and TPLF forces

Posted: Fri Mar 09, 2018 8:32 pm
by Waachis
Adali wrote: Fri Mar 09, 2018 7:51 pm
Waachis wrote: Fri Mar 09, 2018 6:30 pm "Injifannoo wal-faanaa
WBOn zoonii kibbaa kaleessa Bit 08,2018 fi hardha Bit 09,2018 godina Booranaa aanaa Miyoo fi Mooyyalee onoota Meelbanaa, Mormoraa, Dambii fi Mudhii Ambootti haleellaa geggeesseen humnoota waraanaa wayyaanee 18 tajaajila ala godhe; baayyee madeessee, Oraalii waraanaa tokko gubee jira.
Ammallee aanaa Mooyyalee ardaa Tuqaa onaa Mormoraatti wal haleellan geggeeffamaa jira. Mogorree fi mormooraatti Qeerroon reeffaa agaazii akka dhakaa karaan cuftee, ammaa wayyaneen kaafachaa jirti.
Hidhattoonni Oromoo keessumattu godina Booranaa aanaa Dilloo, Miyoo, Mooyyalee, Guchii, Mataa Wayaamaa fi Areeroo, akksumas Nageellee Booranaa aanaa Gumii Eeldalloo fi aanaa Liiban kan jiran Poolisii fi hidhataan Oromiyaa humna agaaziitri akka hin dabalamne dhaamsa nuuf dabarsa!
Injifannoo Ummata Oromoo!"
translate


i am still learning my language, but it roughly means:

Please inform both armed personnel and the Oromia Police in Borana Zone, Eldalo and Liban Woreda not to merge with Agazi forces.